Paaspoortiin akka mallattoo eenyummaa namaa adda baasutti hojiirra ooluu kan eegale Masirii durii keessatti ta'uu himu baruuwwan durii qorachuun kan beekaman Pirofeesar Paatrik Biksibeey.